JSC - News & Updates

JSC News


Uploaded Image

Gaafa guyyaa 25/8/2018 Yaa'iin Waliigalaa Ariifachiisaa fi idilee 3ffaa WA Jaarmat haala baay'ee miidhagaa ta'een gaggeeffamee ooleera.✍️✍️✍️🌹❤️🌻🌷🪻 Bu'uuruma Kanaan:- A. Yaa'iin kun Boordii Daayirekteerotaa haaraa kan Kaampaanicha waggootan dhufan 3f gaggeessan kan filate yoo ta’u; 1. Dr Kabaa Urgeessaa Dhinsaa:- Walitti Qabaa Boordii Daayirekteerotaa. 2. Ob/Birhaanuu Gaaddisaa Moosisaa:- I/A Walitti qabaa 3. Dr Dachaasaa Obsii Guutaa:- Miseensa 4. Dr Habtaamuu Fiqaaduu Gammadee:- Miseensa 5. Gaazexeessaa Gammachiis Mihratee Tamasgeen:- Miseensa 6. Obbo Wandimmuu Geetuu Nugusaa:- Miseensa 7. Obbo Mootummaa Abbabaa Jinfeessaa:- Miseensa 8. Obbo Turaa Kabbadaa Urgeessaa:- Miseensa 9. Obbo Hundee Sillaasuu Irranaa:- Miseensa Ta'uun filatamanii muudamanii jiru.🌹💐🌹❤️🌹💐🌹❤️🌹💐🌹❤️🧨🧨🧨 Baga Gammaddan baga gammadne!!!🧨🧨🧨 Namootni guddina Kaampaanichaaf daran murteessaa ta'an filatamaniru!!!🌹❤️🧨🧨❤️🌹🧨🧨🧨🧨 Keessumaa immoo nama baay'ee qaalii ta'an kan akka Dr Kabaa Urgeessa argachuu fi sanuu mataa Kaampaanichaa taasifachuun carroomuu dha!🌹❤️❤️🌷🧨🌻🪻🧨❤️🌹 Dr Kabaa Ugeessaanis nu gidduutti argamanii muudama kana itti gaafatamummaa waliin yaa'ii kana harkaa fudhachuu irra iyyuu, haasaa isaanii akka aannanii nama qabaneessuu fi akka dawaa dhibee namaa yaalu dhandhamachuu keenyattis baay'ee gammaadneerra, baay'ee nutti toleera.🌹❤️🌷🪻🧨🌻❤️🌹 Namoota akkasii qabaachuu keenyattis yoomiyyuu itti boonna! Itti gammadna!🌹❤️🧨🧨✍️✍️✍️ Ulfaadhaa, umurii dheeraa nuuf jiraadha isaaniin jenna!🌹❤️🌷🌻🧨🌷❤️🌹✍️✍️✍️

See More
Posted on: May 8, 2026
Uploaded Image

Date: April 9, 2026 (1/8/2018 E.C.) To: All Founders and Shareholders of Jaarmat Company Subject: Call for the 3rd Extraordinary and Regular General Assembly Meeting The Board of Directors has passed a resolution to convene the 3rd Extraordinary and Regular General Assembly of Jaarmat Shareholders in Addis Ababa (Finfinne). The meeting is scheduled to take place three weeks after the Easter holiday, on May 3, 2026 (25/8/2018 E.C.). Accordingly, we hereby notify all founders and shareholders of Jaarmat Company to begin adjusting your schedules and preparing to attend this meeting without fail. • Location: Addis Ababa, Kirkos Sub-city, Woreda 5, Sarbet. • Venue: Oromia Urban Development and Housing Meeting Hall. Why This Meeting is Critical This assembly is a decisive turning point for our company. The agenda includes: • Election of a New Board: Selecting the leadership that will guide our next chapter. • Strategic Dialogue: Engaging in extensive discussions to set our future direction. • Key Resolutions: Passing major decisions aimed at strengthening and solidifying the company's foundation. • Project Approval: Discussing and approving various new project drafts. Because this meeting requires the active participation of every member to bring about sustainable change, we once again remind you to organize your schedule and make the necessary preparations to attend in person. For Further Information: Please contact us at: 0932157777 / 0905529945 "Together we can!" Thank you, Birhanu Gaddisa Mosisa Chairperson, Board of Directors Jaarmat S.C

See More
Posted on: April 9, 2026
Uploaded Image

ቀን፦ ሚያዝያ 1 ቀን 2018 ዓ.ም ለጃርመት ኩባንያ መስራቾች እና ባለአክሲዮኖች በሙሉ፦ ጉዳዩ፦ 3ኛው አስቸኳይ እና መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ጥሪ የጃርመት (Jaarmat) ባለአክሲዮኖች 3ኛው አስቸኳይ እና መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ የትንሳኤ በዓል ከተከበረ በሶስት ሳምንቱ በግንቦት 25 ቀን 2018 ዓ.ም በአዲስ አበባ ከተማ እንዲካሄድ የዳይሬክተሮች ቦርድ ውሳኔ አስተላልፏል። በመሆኑም የኩባንያው መስራቾች እና ባለአክሲዮኖች ከወዲሁ ፕሮግራማችሁን በማመቻቸት እና አስፈላጊውን ዝግጅት በማድረግ በተጠቀሰው ቀን በቦታው እንድትገኙ እናሳስባለን። ቦታ፦ አዲስ አበባ፣ ቂርቆስ ክፍለ ከተማ፣ ወረዳ 5፣ ሳር ቤት። አዳራሽ፦ የኦሮሚያ ከተማ ልማት እና ቤቶች መሰብሰቢያ አዳራሽ። ይህ ጉባኤ ለምን ወሳኝ ሆነ? ይህ ጉባኤ ለኩባንያችን እድገት እጅግ ወሳኝ እና የመለወጫ ምዕራፍ ነው፤ በጉባኤው ላይ የሚከተሉት ዋና ዋና ነጥቦች ይከናወናሉ፦ • አዲስ ቦርድ መምረጥ፦ የኩባንያውን ቀጣይ ጉዞ የሚመራ አዲስ የዳይሬክተሮች ቦርድ ምርጫ ይካሄዳል። • ስትራቴጂካዊ ውይይት፦ የወደፊት የጉዟችንን አቅጣጫ በጋራ ለመንደፍ ሰፊ ውይይት ይደረጋል። • ቁልፍ ውሳኔዎች፦ ኩባንያውን ይበልጥ የሚያጠናክሩ እና መሰረቱን የሚያጸኑ ትልልቅ ውሳኔዎች ይተላለፋሉ። • የፕሮጀክቶች ይሁንታ፦ በተለያዩ አዳዲስ የፕሮጀክት እቅዶች ላይ ተወያይቶ ማጽደቅ። ይህ ጉባኤ የሁላችንም ተሳትፎ እና አስተዋጽኦ እጅግ የሚፈለግበት እንዲሁም ዘላቂ ለውጥ የሚመጣበት በመሆኑ፣ ማንኛውም አባል ሳይቀር እንዲገኝ ከወዲሁ ዝግጅት እንድታደርጉ በድጋሚ እናሳስባለን። ለተጨማሪ መረጃ፦ በስልክ ቁጥሮች፦ 0932157777 / 0905529945 ይደውሉልን። "አንድ ላይ በመሆን እንችላለን!" እናመሰግናለን፣ ብርሃኑ ጋዲሳ ሞሲሳ የጃርመት አ.ማ የዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ

See More
Posted on: April 9, 2026